Yoo ‘Kitaaba Barataa Gadaa Kutaa 2ffaa PDF’ qabaachuu ykn argachuu yeroo ammaa irratti fedhii qabaattan, kana hordofaa:
Teknoolojiin babal'achuu isaa waliin wal qabatee, kitaaba qaamaan (hard copy) baatanii deemuun yeroo tokko tokko rakkisaa ta'uu danda'a. PDF fayyadamuu keessatti faayidaalee armaan gadii arganna: